LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 75:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Xoofoon tokko harka Yihowaa keessa jira;+

      Daadhiin wayinii hoomacha baasaa jira, guutummaattis kan walitti makame dha.

      Inni dhugumaan isa ni dhangalaasa,

      Hamoonni lafa irra jiraatan hundis siicoo isaa wajjin isa ni dhugu.”+

  • Mulʼata 11:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Taʼus, saboonni ni dheekkaman, dheekkamsi kees ni dhufe, yeroon murteeffame sun, jechuunis yeroon warri duʼan murtii itti argatan, yeroon garboota kee raajotaaf,+ qulqullootaaf, warra maqaa kee sodaataniif, warra xixinnaa fi warra guguddaadhaaf badhaasa isaanii itti kennitu,+ akkasumas yeroon warra lafa mancaasan*+ itti balleessitu ni dhufe.”

  • Mulʼata 16:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Magaalaa guddittiin+ iddoo sadiitti gargar qoqqoodamte; magaalonni sabootaas ni kufan; Waaqayyo xoofoo daadhii wayinii dheekkamsa isaa+ isa guddaa ishiidhaaf kennuuf Baabilon Guddittii+ ni yaadate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi