- 
	                        
            
            Ermiyaas 25:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        15 Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana naan jedheera: “Xoofoo daadhii wayinii dheekkamsaa kana harka koo irraa fuudhiitii saboota ani itti si ergu hundumaa obaasi. 
 
- 
                                        
- 
	                        
            
            Ermiyaas 25:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        28 Isaan xoofoo sana si harkaa fuudhanii dhuguu yoo didan, akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dirqama dhuguu qabdu! 
 
- 
                                        
- 
	                        
            
            Ermiyaas 49:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        12 Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, warri xoofoo dheekkamsaa akka dhugan itti hin murteeffamne dhuguu qabu erga taʼee, ati hoo guutummaatti utuu hin adabamin ni haftaa? Ati isa dhuguu waan qabduuf, utuu hin adabamin hin haftu.”+ 
 
- 
                                        
- 
	                        
            
            Mulʼata 14:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        9 Maleekaa sadaffaanis isaan duukaa buʼee sagalee guddaadhaan akkana jedhe: “Namni kam iyyuu bineensichaa+ fi bifa fakkeenyaa isaa yoo waaqeffate, akkasumas adda isaa yookiin harka isaa irratti mallattoo isaa yoo fudhate,+ 10 inni daadhii wayinii dheekkamsa Waaqayyoo isa makaa hin qabne, isa xoofoo dheekkamsaa+ isaa keessaa dhangalaʼus ni dhuga; akkasumas maleekota qulqulluu fi Hoolicha duratti ibiddaa fi dinyiidhaan+ ni dhiphifama. 
 
-