LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 75:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Xoofoon tokko harka Yihowaa keessa jira;+

      Daadhiin wayinii hoomacha baasaa jira, guutummaattis kan walitti makame dha.

      Inni dhugumaan isa ni dhangalaasa,

      Hamoonni lafa irra jiraatan hundis siicoo isaa wajjin isa ni dhugu.”+

  • Isaayyaas 51:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+

      Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta.

      Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;

      Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+

  • Ermiyaas 25:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana naan jedheera: “Xoofoo daadhii wayinii dheekkamsaa kana harka koo irraa fuudhiitii saboota ani itti si ergu hundumaa obaasi.

  • Mulʼata 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 inni daadhii wayinii dheekkamsa Waaqayyoo isa makaa hin qabne, isa xoofoo dheekkamsaa+ isaa keessaa dhangalaʼus ni dhuga; akkasumas maleekota qulqulluu fi Hoolicha duratti ibiddaa fi dinyiidhaan+ ni dhiphifama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi