LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 25:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dhugaa, machaaʼaa, hooqqisaas; goraadee ani isin gidduutti erguun kan kaʼes kaʼuu hamma hin dandeenyetti kukkufaa.”’+ 28 Isaan xoofoo sana si harkaa fuudhanii dhuguu yoo didan, akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dirqama dhuguu qabdu!

  • Faaruu Ermiyaas 4:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yaa intala Edoom+ ishii biyya Uuz keessa jiraachaa jirtu nana, gammadi, ililchis.

      Haa taʼu malee, xoofoon sun siifis ni kennama,+ atis ni machoofta, qullaa kees ni mulʼista.+

  • Obaadiyaa 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Akkuma ati tulluu koo isa qulqulluu irratti dhugde,

      Saboonni hundis utuu wal irraa hin kutin dhuguu isaanii itti fufu.+

      Isaan xuruursanii ni dhugu,

      Akkuma waan kanaan dura hin jiraannees ni taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi