Uumama 28:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani sii wajjinan jira; bakka dhaqxu hundumaattis sin eega; gara biyya kanaattis sin deebisa.+ Waadaan siif gale hamman raawwadhutti si hin dhiisu.”+ Uumama 31:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani Waaqa dhugaa isa Beetel+ bakka ati siidaa irratti zayitii dhangalaastee* fi anaaf wareega itti wareegde sanatti sitti mulʼate dha.+ Amma kaʼi, biyya kanaa baʼiitii biyya itti dhalattetti deebiʼi.’”+
15 Ani sii wajjinan jira; bakka dhaqxu hundumaattis sin eega; gara biyya kanaattis sin deebisa.+ Waadaan siif gale hamman raawwadhutti si hin dhiisu.”+
13 Ani Waaqa dhugaa isa Beetel+ bakka ati siidaa irratti zayitii dhangalaastee* fi anaaf wareega itti wareegde sanatti sitti mulʼate dha.+ Amma kaʼi, biyya kanaa baʼiitii biyya itti dhalattetti deebiʼi.’”+