LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 28:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ani sii wajjinan jira; bakka dhaqxu hundumaattis sin eega; gara biyya kanaattis sin deebisa.+ Waadaan siif gale hamman raawwadhutti si hin dhiisu.”+

  • Uumama 32:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda Yaaqoob akkana jedhe: “Waaqa abbaa kootii Abrahaamii fi Waaqa abbaa kootii Yisihaaq kan taate yaa Yihowaa, ati, ‘Gara biyya keettii fi gara firoottan keetti deebiʼi; anis sin eebbisa’ naan jetteetta;+

  • Uumama 35:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi