Uumama 48:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis akkana jedhee Yoseefiin eebbise:+ “Waaqni dhugaan inni abbootiin koo Abrahaamii fi Yisihaaq isa duratti deddeebiʼan,+Waaqni dhugaan inni umurii koo guutuu hamma harʼaatti na tiksaa jiru,+
15 Achiis akkana jedhee Yoseefiin eebbise:+ “Waaqni dhugaan inni abbootiin koo Abrahaamii fi Yisihaaq isa duratti deddeebiʼan,+Waaqni dhugaan inni umurii koo guutuu hamma harʼaatti na tiksaa jiru,+