-
Uumama 31:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Yaaqoobis yeroo booda ilmaan Laabaan, “Yaaqoob wanta abbaan keenya qabu hundumaa fudhateera; qabeenya kana hunda kan walitti qabates abbaa keenya irraa fudhatee ti”+ jechuu isaanii dhagaʼe.
-