-
Uumama 30:42, 43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Bushaayeen sun dadhaboo yoo taʼan garuu uleewwan sana achi hin kaaʼu ture. Kanaafuu, yeroo hundumaa warri dadhaboon kan Laabaan, warri ciccimoon immoo kan Yaaqoob taʼu turan.+
43 Namichis baayʼee badhaadhaa taʼe; bushaayee hedduu, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa, akkasumas gaalotaa fi harrootas ni qabaate.+
-