Faarfannaa 105:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Warra ani dibe hin tuqinaa;Raajota koo irrattis wanta hamaa tokko illee hin raawwatinaa” jedhe.+