LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 26:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Abimelekis yeruma sana Yisihaaqiin waamee, “Ishiin dhugumaan haadha manaa tee ti! Maarree ati, ‘Ishiin obboleettii tiyya’ maaliif jette?” isaan jedhe. Yisihaaqis, “Akkana kanan jedhe, sababii ishiitiin akkan hin duune waanan sodaadheefi” jedhee isaaf deebise.+

  • Uumama 26:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Abimelek, “Namni namicha kanas taʼe haadha manaa isaa tuqu kam iyyuu dhugumaan ni ajjeefama!” jedhee namoota isaa hundumaatiif ajaja dabarse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi