59 Kanaafuu, isaan obboleettii isaanii Ribqaa,+ guddiftuu ishii,+ tajaajilaa Abrahaamii fi namoota isaa wajjin turan ni geggeessan. 60 Achiis isaan, “Yaa obboleettii teenya, kuma hedduu siʼa kuma kudhan taʼi; sanyiin kees karra warra isaan jibbanii haa dhaalan”+ jedhanii Ribqaa eebbisan.