Uumama 33:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Esaawus, “Namootaa fi horii ani arge sana hunda kan ergite kaayyoo maaliitiifi?” jedhee isa gaafate.+ Innis, “Si gooftaa koo duratti fudhatama argachuuf jedheeni” jedhee isaaf deebise.+
8 Esaawus, “Namootaa fi horii ani arge sana hunda kan ergite kaayyoo maaliitiifi?” jedhee isa gaafate.+ Innis, “Si gooftaa koo duratti fudhatama argachuuf jedheeni” jedhee isaaf deebise.+