Uumama 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan muka ilaaluuf nama hawwatuu fi nyaachuuf gaarii taʼe hundumaa lafa irratti ni biqilche; kana malees iddoo biqiltuu sana gidduutti muka jireenyaa,+ akkasumas muka gaarii fi hamaa beeksisu+ ni biqilche.
9 Yihowaan muka ilaaluuf nama hawwatuu fi nyaachuuf gaarii taʼe hundumaa lafa irratti ni biqilche; kana malees iddoo biqiltuu sana gidduutti muka jireenyaa,+ akkasumas muka gaarii fi hamaa beeksisu+ ni biqilche.