22 Achiis Yihowaan akkana jedhe: “Kunoo, namichi gaarii fi hamaa beekuudhaan nu keessaa akka isa tokkoo taʼeera.+ Amma immoo harka isaa diriirsee firii muka jireenyaa+ irraa fudhatee akka hin nyaannee fi bara baraaf akka hin jiraanneef waan tokko gochuun qaba.”