LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 80:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 80 Yaa Tiksee Israaʼel,

      Ati inni akka hoolotaatti Yoseefiin geggeessitu,+ dhagaʼi.

      Ati inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra teessu,+

      Ifni kee haa ifu.*

  • Isaayyaas 37:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ yaa Waaqa Israaʼel isa kiruubelotaa olitti* teessoo irra teessu, mootummoota lafaa hundaaf Waaqni dhugaan si qofa dha. Ati samii fi lafa uumteetta.

  • Hisqiʼel 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ulfinni Yihowaas+ kiruubelota sana irraa kaʼee gara gubanii balbala manichaatti ni deeme; manichis suutuma suuta duumessaan guutame;+ mooraan sunis ifa ulfina Yihowaatiin guutame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi