LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu+ taʼee fi akka ibiddaa ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge.+ Ifni guddaan tokko isatti marsee jira ture; 28 ifni sunis sabbata waaqaa+ guyyaa bokkaan roobutti duumessa keessaa mulʼatu fakkaata ture. Ifni guddaan isatti marsee jiru sun kana fakkaata ture. Inni bifa ulfina Yihowaa fakkaata ture.+ Anis yommuun kana argetti adda kootiin nan gombifame; achiis sagalee dubbachaa jiru tokko dhagaʼuun jalqabe.

  • Hisqiʼel 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis ulfinni Waaqa Israaʼel+ kiruubelota gubbaa bakka itti boqotee ture irraa kaʼee gara gubanii balbala manichaa dhaqe;+ Waaqayyos* namicha uffata quncee talbaa irraa tolfame uffatee fi mudhii isaatti gaanfa qalama barreessaa hidhate sana ni waame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi