LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, kaʼee gara dirree sulula keessa jiru sanaa nan dhaqe; kunoo, ulfinni Yihowaa inni akka ulfina ani laga Kebaar biratti arge+ sanaa fakkaatu achi jira ture;+ anis adda kootiin nan gombifame.

  • Hisqiʼel 8:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis wanti harka fakkaatu tokko hiixatee rifeensa mataa koo qabe; hafuurri tokkos lafaa fi samii gidduutti ol na kaasee mulʼata Waaqayyo biraa dhufeen gara Yerusaalemitti, gara karra isa keessaa+ isa gara kaabaatti garagalee jirutti, jechuunis gara bakka mallattoon* waaqa tolfamaa hinaaffaa inni hinaaffaa kakaasu sun dhaabbatee+ jirutti na geesse. 4 Kunoo, ulfinni Waaqa Israaʼel inni bifa ani dirree sulula keessa jirutti argee ture+ sana fakkaatu achi jira ture.+

  • Hisqiʼel 11:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yeroo kanatti kiruubelonni sun qoochoowwan isaanii ol ni kaasan; geengoowwan sunis isaanitti dhihoo jiru turan;+ ulfinni Waaqa Israaʼelis isaan gubbaa jira ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi