Hisqiʼel 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yommuu uumamawwan jiraatoon kun sochoʼan hundumaatti geengoowwan sunis isaanii wajjin sochoʼu turan; yommuu uumamawwan jiraatoon kun lafa irraa ol kaʼanitti geengoowwan sunis ol kaʼu turan.+
19 Yommuu uumamawwan jiraatoon kun sochoʼan hundumaatti geengoowwan sunis isaanii wajjin sochoʼu turan; yommuu uumamawwan jiraatoon kun lafa irraa ol kaʼanitti geengoowwan sunis ol kaʼu turan.+