Keessa Deebii 4:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Sababiin isaas Waaqni keessan Yihowaan ibidda gubee balleessu,+ Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+ Faarfannaa 104:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 104 Yihowaa nan jajadha.+ Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati baayʼee guddaa dha.+ Ati ulfinaa fi simboo uffatteetta.+ 2 Ifa akka uffataatti ofitti marteetta;+Samiiwwanis akkuma huccuu dunkaanaatti diriirsita.+
24 Sababiin isaas Waaqni keessan Yihowaan ibidda gubee balleessu,+ Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+
104 Yihowaa nan jajadha.+ Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati baayʼee guddaa dha.+ Ati ulfinaa fi simboo uffatteetta.+ 2 Ifa akka uffataatti ofitti marteetta;+Samiiwwanis akkuma huccuu dunkaanaatti diriirsita.+