LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Israaʼelota warra kana ilaalaa turanitti ulfinni Yihowaa fiixee gaarichaa irratti ibidda cimaa fakkaatee mulʼata ture.

  • Keessa Deebii 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Waaqni kee Yihowaan si dura akka ceʼu harʼa beeki.+ Inni ibidda gubee balleessu dha;+ haxaaʼees isaan ni balleessa. Akkuma Yihowaan waadaa siif galetti, ati daftee akka isaan ariituu* fi akka isaan balleessituuf ija kee duratti akka isaan moʼaman ni godha.+

  • Ibroota 12:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Sababiin isaas, Waaqni keenya ibidda gubee balleessu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi