- 
	                        
            
            Keessa Deebii 7:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Waaqni kee Yihowaan harka keetti dabarsee isaan ni kenna; hamma isaan haxaaʼamanii balleeffamanittis guutummaatti isaan ni moʼa.+ 24 Inni mootota isaanii harka keetti dabarsee ni kenna;+ atis maqaa isaanii samii jalaa haxooftee ni balleessita.+ Hamma haxooftee isaan balleessituttis+ namni tokko illee si dura hin dhaabbatu.+
 
 -