LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Mootota kana gara isaatti yommuu fidanis, Iyyaasuun dhiirota Israaʼel hundumaa waamee ajajjoota loltootaa warra isaa wajjin deemanii turaniin, “Gara fuulduraatti kottaa. Karaa duubaatiin morma mootota kanaa irra ejjedhaa” jedhe. Isaanis gara fuulduraatti dhufanii karaa duubaatiin morma mootota sanaa irra ni ejjetan.+

  • Iyyaasuu 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Mootonni biyyattii warri Israaʼelonni moʼan, warri Israaʼelonni biyya isaanii isa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamu, Sulula* Arnoon+ irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti,+ akkasumas guutummaa Arabaa isa gara bahaatiin argamu+ dhaalaan jalaa fudhatan sun kanneen kana dha:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi