-
Keessa Deebii 4:47-49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Isaanis biyya isaa fi biyya Oog+ mootii Baashaan, jechuunis biyya mootota Amoorotaa lamaan warra naannoo Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argaman sanaa dhaalaan ni fudhatan; 48 kunis Aroʼer+ isa qarqara Sulula* Arnoonitti argamu irraa hamma Gaara Siyoon, jechuunis hamma Hermoonitti,+ 49 akkasumas guutummaa Arabaa isa naannoo baha Yordaanositti argamuu fi hamma Galaana Arabaa* isa irraan gadee Phisgaa jalatti argamuutti kan gaʼu dha.+
-