36 Aroʼer+ ishii qarqara Sulula Arnoonitti argamtu (magaalaa sululicha keessatti argamtu dabalatee) irraa jalqabee hamma Giiliyaaditti magaalaan humna keenyaa ol taʼe tokko illee hin turre. Waaqni keenya Yihowaan hunda isaanii iyyuu harka keenyatti dabarsee kenneera.+