LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo sanatti lafa kana dhaalaan ni fudhanne. Innis naannoo Aroʼer+ ishii Sulula* Arnoon biratti argamtu irraa jalqabee jiruu fi walakkaa naannoo gaarotaa Giiliyaad kan dabalatu ture; anis magaalota ishii Ruubenotaa fi Gaadotaaf nan kenne.+

  • Keessa Deebii 4:47, 48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Isaanis biyya isaa fi biyya Oog+ mootii Baashaan, jechuunis biyya mootota Amoorotaa lamaan warra naannoo Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argaman sanaa dhaalaan ni fudhatan; 48 kunis Aroʼer+ isa qarqara Sulula* Arnoonitti argamu irraa hamma Gaara Siyoon, jechuunis hamma Hermoonitti,+

  • Iyyaasuu 13:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isaaniif kennetti, Ruubenonnii fi Gaadonni gosa walakkaa isa hafee wajjin dhaala isaanii isa Museen Yordaanos irraa kallattii bahaatiin isaaniif kenne fudhataniiru:+ 9 Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti+ argamtu, magaalaa ishii walakkaa sululichaa keessatti argamtuu fi guutummaa lafa diriiraa* Medebaa hamma Diboonitti;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi