LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti, 17 Arabaa fi Yordaanos, akkasumas daangaa sana, Kinereet irraa hamma Galaana Arabaatti, jechuunis hamma Galaana Soogiddaa* isa kallattii bahaatiin irraan gadee Phisgaa jalatti argamu sanaatti isaaniif nan kenne.+

  • Keessa Deebii 34:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi