-
Lakkoofsa 34:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Daangaan sun Shefaam irraa jalqabee hamma Riblaatti, achiis hamma baha Aayinitti ni dheerata; gad buʼees karaa bahaatiin irraangadee Galaana Kinereet* ni qaxxaamura.+ 12 Daangaan sun hamma Yordaanositti ni dheerata; dhumni isaas Galaana Soogiddaa taʼa. Biyyi keessanii fi daangaawwan isatti marsanii jiran kana dha.’”
-