LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti, 17 Arabaa fi Yordaanos, akkasumas daangaa sana, Kinereet irraa hamma Galaana Arabaatti, jechuunis hamma Galaana Soogiddaa* isa kallattii bahaatiin irraan gadee Phisgaa jalatti argamu sanaatti isaaniif nan kenne.+

  • Iyyaasuu 11:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaabiin mootiin Hazoor akkuma kana dhagaʼeen, gara Yobaab mootii Maadon,+ gara mootii Shimroon, gara mootii Akshaaf,+ 2 gara mootota naannoo gaarotaa isa kaabaa keessa jiraniitti, gara warra dirreewwan* kibba Kinereet keessa jiraniitti, gara warra Shefelaa keessa jiraniittii fi gara warra kallattii dhihaatiin tulluuwwan Door+ irratti argamaniitti,

  • Luqaas 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo tokko utuu Yesuus haroo Genesaarex*+ bira dhaabbatee jiruu namoonni hedduun dubbii Waaqayyoo dhaggeeffachuuf gara isaatti wal dhiibu turan.

  • Yohaannis 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kana booda Yesuus Galaana Galiilaa isa Xiberiyaas jedhamu gamatti ceʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi