-
Iyyaasuu 12:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Mootonni biyyattii warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatti argaman, warri Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon+ keessatti argamu irraa hamma Gaara Halaaq+ isa gara Seʼiiritti+ ol baʼu keessa jiraatan, warri Iyyaasuunii fi Israaʼelonni moʼan kanneen kana dha; sana booda Iyyaasuun biyya isaanii akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne;+
-
-
Iyyaasuu 12:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 mootii Shimroon Meroon, tokko; mootii Akshaaf, tokko;
-