LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 11:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Iyyaasuun guutummaa biyya kanaa, jechuunis naannoo gaarotaa, guutummaa Negeeb,+ guutummaa biyya Gooshen, Shefelaa,+ Arabaa,+ naannoo gaarotaa Israaʼelii fi gammoojjii* ishii ni qabate; 17 Gaara Halaaq isa Seʼiiritti ol baʼu irraa jalqabee, hamma Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon keessatti Gaara Hermoon+ jalatti argamuutti ni qabate; mootota isaanii hundumaas ni boojiʼe, ni injifate, ni ajjeeses.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi