LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:40, 41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Iyyaasuun guutummaa biyyattii, jechuunis naannoo gaarotaa, Negeeb, Shefelaa+ fi irraan gadeewwan, akkasumas mootota isaanii hundumaa ni moʼe; nama tokko illees lubbuudhaan hin hambisne; akkuma Yihowaan Waaqni Israaʼel ajajee turettis+ wanta hafuura baafatu hundumaa guutummaatti ni balleesse.+ 41 Iyyaasuunis Qaadesh Barneʼaa+ irraa hamma Gaazaatti,+ akkasumas guutummaa biyya Gooshen,+ achiis hamma Gibeʼonitti+ isaan ni moʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi