Iyyaasuu 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Iyyaasuun guutummaa biyya kanaa, jechuunis naannoo gaarotaa, guutummaa Negeeb,+ guutummaa biyya Gooshen, Shefelaa,+ Arabaa,+ naannoo gaarotaa Israaʼelii fi gammoojjii* ishii ni qabate; Iyyaasuu 11:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Hiiwota warra Gibeʼon keessa jiraataniin alatti magaalaan Israaʼelotaa wajjin nagaa uume tokko illee hin turre.+ Magaalota kaan hundumaa waraanaan qabatan.+
16 Iyyaasuun guutummaa biyya kanaa, jechuunis naannoo gaarotaa, guutummaa Negeeb,+ guutummaa biyya Gooshen, Shefelaa,+ Arabaa,+ naannoo gaarotaa Israaʼelii fi gammoojjii* ishii ni qabate;
19 Hiiwota warra Gibeʼon keessa jiraataniin alatti magaalaan Israaʼelotaa wajjin nagaa uume tokko illee hin turre.+ Magaalota kaan hundumaa waraanaan qabatan.+