Maatewos 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yesuus yeroo kana dhagaʼu, kophaa isaa taʼuuf achii kaʼee bidiruu yaabbatee iddoo namni hin jirre deeme. Namoonni sun garuu yeroo kana dhagaʼan, magaalota isaanii keessaa baʼanii miilaan isa duukaa buʼan.+ Luqaas 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ergamoonni yommuu deebiʼan, wanta raawwatan hunda Yesuusitti himan.+ Yeroo kanatti inni isaan fudhatee kophaa isaanii akka taʼaniif gara magaalaa Beetasaayidaa+ jedhamtu tokkoo dhaqe.
13 Yesuus yeroo kana dhagaʼu, kophaa isaa taʼuuf achii kaʼee bidiruu yaabbatee iddoo namni hin jirre deeme. Namoonni sun garuu yeroo kana dhagaʼan, magaalota isaanii keessaa baʼanii miilaan isa duukaa buʼan.+
10 Ergamoonni yommuu deebiʼan, wanta raawwatan hunda Yesuusitti himan.+ Yeroo kanatti inni isaan fudhatee kophaa isaanii akka taʼaniif gara magaalaa Beetasaayidaa+ jedhamtu tokkoo dhaqe.