LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 6:31-33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Innis, “Kottaa, gara bakka namni hin jirre tokkoo haa dhaqnu; achitti xinnoo boqodhaa”+ isaaniin jedhe. Namoonni hedduun dhufaa fi deemaa waan turaniif, isaan nyaata nyaachuuf illee yeroo hin arganne. 32 Kanaafuu, kophaa isaanii taʼuuf bidiruu yaabbatanii gara bakka namni hin jirre tokkoo dhaqan.+ 33 Namoonni garuu yommuu isaan deeman ni argan; hedduun isaaniis deemuu isaanii waan beekaniif, magaalota hunda keessaa baʼanii fiiguudhaan miilaan isaan dursanii achi gaʼan.

  • Luqaas 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ergamoonni yommuu deebiʼan, wanta raawwatan hunda Yesuusitti himan.+ Yeroo kanatti inni isaan fudhatee kophaa isaanii akka taʼaniif gara magaalaa Beetasaayidaa+ jedhamtu tokkoo dhaqe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi