Maatewos 11:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Waanjoo koo baadhaa, ana irraas baradhaa; sababiin isaas, ani garraamii fi kanan gad of qabu*+ dha; ofii keessaniifis* boqonnaa ni argattu. Maatewos 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yesuus yeroo kana dhagaʼu, kophaa isaa taʼuuf achii kaʼee bidiruu yaabbatee iddoo namni hin jirre deeme. Namoonni sun garuu yeroo kana dhagaʼan, magaalota isaanii keessaa baʼanii miilaan isa duukaa buʼan.+
29 Waanjoo koo baadhaa, ana irraas baradhaa; sababiin isaas, ani garraamii fi kanan gad of qabu*+ dha; ofii keessaniifis* boqonnaa ni argattu.
13 Yesuus yeroo kana dhagaʼu, kophaa isaa taʼuuf achii kaʼee bidiruu yaabbatee iddoo namni hin jirre deeme. Namoonni sun garuu yeroo kana dhagaʼan, magaalota isaanii keessaa baʼanii miilaan isa duukaa buʼan.+