Yohaannis 6:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana booda Yesuus Galaana Galiilaa isa Xiberiyaas jedhamu gamatti ceʼe.+ 2 Namoonni hedduunis, dinqii inni warra dhukkubsatan fayyisuudhaan+ raawwate waan arganiif isa duukaa buʼan.+
6 Kana booda Yesuus Galaana Galiilaa isa Xiberiyaas jedhamu gamatti ceʼe.+ 2 Namoonni hedduunis, dinqii inni warra dhukkubsatan fayyisuudhaan+ raawwate waan arganiif isa duukaa buʼan.+