16 Ulfinni Yihowaa+ Gaara Siinaa irra jira ture;+ duumessichis guyyaa jaʼaaf gaaricha ni uwwise. Guyyaa torbaffaattis inni duumessicha gidduudhaa Musee ni waame. 17 Israaʼelota warra kana ilaalaa turanitti ulfinni Yihowaa fiixee gaarichaa irratti ibidda cimaa fakkaatee mulʼata ture.