LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Aaron guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbatee akkuma xumureenis, isaan gara lafa onaatti garagalan; kunoo, ulfinni Yihowaas duumessicha keessatti mulʼate.+

  • Leewwota 9:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Dhuma irrattis Musee fi Aaron gara dunkaana walgaʼichaatti seenanii achii erga baʼanii booda sabicha eebbisan.+

      Yeroo kanatti ulfinni Yihowaa guutummaa sabichaatti ni mulʼate;+

  • Lakkoofsa 16:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Yaaʼichi Musee fi Aaroniin mormee yommuu walitti qabametti, isaan gara dunkaana walgaʼiitti garagalanii yommuu ilaalan, kunoo, duumessi dunkaanicha ni uwwise; ulfinni Yihowaas mulʼachuu jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi