-
Baʼuu 16:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaan isa irratti gungumuu keessan waan dhagaʼeef, isin ganama ulfina Yihowaa ni argitu. Nu irratti kan gungumtan nuti eenyu?”
-