-
Lakkoofsa 12:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yihowaanis utubaa duumessaa keessaan gad ni buʼe;+ achiis balbala dunkaanichaa dura dhaabbatee Aaronii fi Miiriyaamiin ni waame. Lamaan isaaniis gara fuulduraatti ni baʼan.
-