Baʼuu 13:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yihowaanis isaan guyyaa fi halkan deemuu akka dandaʼanitti,+ karicha irratti isaan geggeessuuf guyyaa utubaa duumessaatiin,+ halkan immoo ifa isaaniif kennuuf utubaa ibiddaatiin isaan dura deema ture. Lakkoofsa 16:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Qoraan balbala dunkaana walgaʼii duratti deggertoota+ isaa yommuu isaan irratti walitti qabu, ulfinni Yihowaa guutummaa yaaʼichaatti mulʼate.+ Maatewos 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Utuma inni dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.
21 Yihowaanis isaan guyyaa fi halkan deemuu akka dandaʼanitti,+ karicha irratti isaan geggeessuuf guyyaa utubaa duumessaatiin,+ halkan immoo ifa isaaniif kennuuf utubaa ibiddaatiin isaan dura deema ture.
19 Qoraan balbala dunkaana walgaʼii duratti deggertoota+ isaa yommuu isaan irratti walitti qabu, ulfinni Yihowaa guutummaa yaaʼichaatti mulʼate.+
5 Utuma inni dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.