-
Uumama 32:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Boodas ergamtoonni sun gara Yaaqoobitti deebiʼanii, “Obboleessa kee Esaawuun arganneerra; innis si simachuuf dhufaa jira; namoonni 400s isaa wajjin jiru” isaan jedhan.+
-