- 
	                        
            
            Uumama 33:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
33 Yaaqoobis ol jedhee yommuu ilaalu Esaawu gara isaa dhufaa akka jiru arge; namoonni 400s isaa wajjin jiru turan.+ Kanaafuu, ijoollee sana Liyaadhaaf, Raahelii fi tajaajiltoota durbaa lamaaniif ni hihire.+ 2 Tajaajiltoota durbaa fi ijoollee isaanii fuuldura ni godhe;+ Liyaa fi ijoollee ishii isaanitti aanse;+ Raahelii+ fi Yoseefiin immoo isaan duubaan godhe.
 
 -