-
Uumama 17:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Itti dabaluudhaanis Waaqayyo Abrahaamiin akkana jedhe: “Atii fi sanyiin kee warri si booda dhufan dhalootaa hamma dhalootaatti kakuu koo eeguu qabdu.
-
-
Uumama 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Guutummaa dhaloota keessanii keessatti, dhiirri guyyaa saddeet guutee fi isin gidduutti argamu kam iyyuu, dhiirri mana keessatti dhalate kam iyyuu, dhiirri sanyii kee hin taanee fi nama biyya ormaa irraa maallaqaan bitame kam iyyuu dhaqna qabamuu qaba.+
-