Uumama 28:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture. Uumama 31:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani Waaqa dhugaa isa Beetel+ bakka ati siidaa irratti zayitii dhangalaastee* fi anaaf wareega itti wareegde sanatti sitti mulʼate dha.+ Amma kaʼi, biyya kanaa baʼiitii biyya itti dhalattetti deebiʼi.’”+
19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.
13 Ani Waaqa dhugaa isa Beetel+ bakka ati siidaa irratti zayitii dhangalaastee* fi anaaf wareega itti wareegde sanatti sitti mulʼate dha.+ Amma kaʼi, biyya kanaa baʼiitii biyya itti dhalattetti deebiʼi.’”+