Uumama 25:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kanaafuu, Esaawu Yaaqoobiin, “Maaloo, waanan dadhabeef,* dafiitii ittoo diimaa kee sana* irraa xinnoo* naaf kenni!” jedhe. Maqaan isaa Edoom*+ kan jedhame kanaafi. Uumama 32:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis Yaaqoob gara obbolleessa isaa Esaawu isa biyya Seʼiir+ ishii naannoo* Edoom+ taate keessatti argamuutti of dura ergamtoota ni erge;
30 Kanaafuu, Esaawu Yaaqoobiin, “Maaloo, waanan dadhabeef,* dafiitii ittoo diimaa kee sana* irraa xinnoo* naaf kenni!” jedhe. Maqaan isaa Edoom*+ kan jedhame kanaafi.
3 Achiis Yaaqoob gara obbolleessa isaa Esaawu isa biyya Seʼiir+ ishii naannoo* Edoom+ taate keessatti argamuutti of dura ergamtoota ni erge;