Uumama 36:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Esaawu ijoollee durbaa Kanaʼaan keessaa haadhotii manaa fuudhe; isaanis intala Eloon Heetichaa+ kan taate Aadaa,+ intala Anaa fi intala ilma Zibeʼoon Hiiwichaa kan taate Oholibaamaa,+
2 Esaawu ijoollee durbaa Kanaʼaan keessaa haadhotii manaa fuudhe; isaanis intala Eloon Heetichaa+ kan taate Aadaa,+ intala Anaa fi intala ilma Zibeʼoon Hiiwichaa kan taate Oholibaamaa,+