-
1 Seenaa Baraa 1:51-54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Sana booda Hadaad ni duʼe.
Dura buutonni* Edoom, Dura Buʼaa Timnaa, Dura Buʼaa Alwaa, Dura Buʼaa Yeteet,+ 52 Dura Buʼaa Oholibaamaa, Dura Buʼaa Eelaa, Dura Buʼaa Piinon, 53 Dura Buʼaa Qeenaaz, Dura Buʼaa Temaan, Dura Buʼaa Mibzaar, 54 Dura Buʼaa Maagdiʼelii fi Dura Buʼaa Iraam turan. Kanneen kun dura buutota Edoom turan.
-