-
Uumama 36:40-43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Akka maatiiwwan isaaniitti, akka naannoowwan isaaniittii fi akka maqaa maqaa isaaniitti ilmaan Esaawu warri dura buutota taʼan kanneen kana turan: Dura Buʼaa Timnaa, Dura Buʼaa Alwaa, Dura Buʼaa Yeteet,+ 41 Dura Buʼaa Oholibaamaa, Dura Buʼaa Eelaa, Dura Buʼaa Piinon, 42 Dura Buʼaa Qeenaaz, Dura Buʼaa Temaan, Dura Buʼaa Mibzaar, 43 Dura Buʼaa Maagdiʼelii fi Dura Buʼaa Iraam. Kanneen kun akka gandeen isaanii warra biyya isaanii keessatti dhaala isaanii taʼanitti warra dura buutota Edoom taʼani dha.+ Kun Esaawu isa abbaa Edoomotaa taʼe dha.+
-